Minnesota Secretary Of State - Eessattan sagalee kenna, waraqaa filannoo koo irrattis maaltu argama? (Where do I vote and what's on my ballot?)
Skip to main content

Eessattan sagalee kenna, waraqaa filannoo koo irrattis maaltu argama? (Where do I vote and what's on my ballot?)


Bakka itti sagalee kennitan beekuuf, akkasumas samuuda waraqaa filannoo kaadhimamaa fi gaaffii waraqaa filannoo isin sagalee kennitan agarsiisu argachuuf teessoo keessan itti galchaa.

Odeeffannoon waa'ee filannoo kan Isteetii ykn federaalaa gara guyyoota 45 dura maxxanfama. Odeeffannoon sagalee kennuu kan naannawaa barreeffama kana irratti argamuu dhiisuu danda’a.